Gadaa Media Network -Gmn
Gadaa Media Network.GMN! GMN Miidiyaa kabaja fi safuu,aadaa, Duudhaa fi Eenyummaa Oromoo tiksee eguun sagalee Uummata Oromoo ta'uun rakkoofi gochoota Oromoofi Lammilee Oromiyaa irraa ga'u Addunyaatti dhageesissuf kan hundaa'edha Gadaa Media Network GMN kan keenya,kan keessan kan hunda keenyatti Gadaa Media Network uummataa isaa keessa dhalatte Uummataa isaaf hojjeta. Yeroo barbaaddanifi yaaddanitti sagalee keessan ta'uuf kan of qopheesse miidiyaa uummata Oromooti. Kaayyoon Miidiyaa kanaa. 1.Akkuma maqaa isaa Sirna Gadaa fi seera Oromoo Hayyoota affeeruun baruu fi barsiisuu. 2.Sagantaalee Siyaasa biyya keenyaa fi olloota biyya keenyaa akkasumas Addunyaa kan xiinxalu. 3.Sagantaalee Safuu,aadaa fi duudhaalee Oromoo qorachuun seenaa baruufi barsiisuu. 4.Saba sirna cunqursaa fi gabrummaa keessa jiru akkasumas warra sagalee dhabaniif sagalee ta'uu. 5.Sagantaalee Dhaaboota Siyaasa Oromoo garaagaraa dirree iratti wal mari'atani mijeessuu. 6.Dhaabbilee fi qaamoota siyaasaa biyya Xoopiyaa garagaraa dirree irratti wal morman fi iratti mari'atan fi qophiille adda adda kan qabudha. Gadaa Media Network GMN yeroo dhihootti sagantalee garagaraan isin bohaarsuu fi bashannansiisuuf,barsiisuuf,Dirree dimookraasii fi walabaa ta'uun isin keessumeessuuf,Seenaa fi Duudhaa Oromoo baruu fi barsiisuuf.qophii xumure jira. Kanaaf Uummatni Oromoo fi Lammileen Oromiyaa biyyaa keesaa fi alaa jiraattan Media keessan Gadaa Media Networ akka Tumsitan kabajaan isin gaafata!
7-day free trial · no credit card
Verified contacts
1
available on Kipplo
LinkedIn employees
2
1 to 10 range
Open roles
—
no listings
Distinct roles
1
indexed titles
Tech stack
0
tools in use
Monthly traffic
—
organic / mo
Sign up free to see all 1 verified contacts at Gadaa Media Network -Gmn
Free for 7 days · 50 credits · no card · only pay for verified records.
Decision-makers and verified team members
1 contacts with verified email or phone · masked until revealed.
No verified contacts on record for this company yet.
Top roles at Gadaa Media Network -Gmn
1 distinct titles indexed · top 1 shown.
- 1news anchor
Sign up to unlock all 1 contacts at Gadaa Media Network -Gmn
Free for 7 days · 50 credits · no card · only pay for verified records.
Sign up to reveal 1 verified contacts at Gadaa Media Network -Gmn
7-day trial · no credit card · cancel anytime · only pay for verified records.
Trusted by sales, marketing, and GTM engineering teams.